Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 7

24 Ani nama gadadamaa akkamii ti! Dhagna duʼu kana jalaa eenyutu na baasa? 25 Karaa Gooftaa keenya Iisaa Al-Masiihiin galanni Allaahaf haa taʼu!

Kanaafuu ani mataan koo qalbii kootiin garbicha seera Allaaha ti; namummaa koo cubbamaadhaan garuu ani garbicha seera cubbuu ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também