14 Warri Hafuura Allaahatiin qajeelfaman hundinuu ilmaan Allaahatii. 15 Isin Hafuura ilmummaa isa nu ittiin, "Aabbaa, yaa Abbaa" jennee waammannu sana argattan malee Hafuura garbummaa kan gara sodaatti isin deebisu hin arganne.
Publicidade
Publicidade