Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Salmos 65

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 65
    Mostrando versículos 1–11 de 13

    1Ee Waaqa, Xiyoon keessattisi leellisuu,waadaa si’iif gallelle muummessuu qanna.

    5Ee Waaqa fayyisaa keenna,hujii maade’eeta balchumma’aatiin deebii nuuf kennita.Worri qaccee lafaaabbaaya’aan gama fagoo jiru martilleaddii sitti godhata.

    11Arjummaa teetiin bara eebbitta!Gara ati dhaxxe maramidhaan baca’atti jiraata.

  2. Mateus 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 18–37 de 58

    18Yesuus itti dabalee, «Hiikkaa namicha sanyii facaasuu maan akka te’e dhage’a’a.

    20Sanyiin lafa dhakittii irratti facaafante, nama jecha dhage’ee yoosuma gammadaan fudhatu;

    37Yesuus deebisee, «Ka sanyii dansaa facaasu Ilma Namaa ti;

  3. Salmos 57

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 57
    Mostrando versículos 2–11 de 11

    2Ani gara Waaqa Ol-Aana’aa,gara Waaqa waan naaf barbaachisumara naa muummessuu hin iyya.

    5Ee Waaqa, ol-gubba’aan gubba’atti saadami;ulfinni keeti lafa duudii irratti te’uu ti.

    11Ee Waaqa, ol-gubba’aan gubba’atti saadami;ulfinni keeti lafa duudii irratti te’uu ti.

  4. Mateus 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 8–15 de 17

    8Cubbuu teessan irraa akka deebitane waan mudhisu tolcha’a.

    14Yohaannis ammoo, «Ani si’iin cuuphamu’uu male, ati maaf gara kiyya dhutta?» jedhee isa dhoogge.

    15Yesuus ammoo deebisee, «Karaa kanaan balchummaa mara muummessu’uu waan malleef, amma na dhoogguu lakkisi» jedheen; achiin duuba Yohaannis lakkise.

  5. Salmos 68

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 68
    Mostrando versículos 4–20 de 35

    4Waaqaaf faarfadha’a;faaruu leellisaatiin maqaa isaa faarfadha’a;ka duumensa irra deemu saada’a;maqaan isaa Mootii Waan Maraa ti;isa duratti ilillisa’a!

    19Goottaan, Waaqi fayyisaan keenna,ka guyyaa mara ba’aa teenna ba’atu,leellifamuu ti.

    20Waaqi keenna, Waaqa nu fayyisu;Mootiin Waan Maraa Waaqi ka du’a jalaa nu baasu.

  6. Mateus 15

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 7–26 de 39

    7Isin kijiboole’e! Isaayaas marroo teessaniif raagee,

    25Dubartittiin ammoo dhuttee isa duratti jilbiiffattee, «Gootta’a, na gargaar» jetteen.

    26Yesuus deebisee, «Sagalee ijoolle’ee fuudhanee sare’eef qolaansuun sirri’ii moti» jedheen.

  7. Salmos 29

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 29
    Mostrando versículos 1–11 de 11

    1Isin ergantooti Waaqaa,ulfinnaa fi hunna Mootii Waan Maraa leellisa’a.

    7Qoonqoon Mootii Waan Maraabalaqqeettii balaqqitti.

    11Mootiin Waan Maraa kolbaa ifiitiif jabeenna kenna;nageyalle’een isaan eebbisa.

  8. Salmos 136

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 136
    Mostrando versículos 9–26 de 26

    9Ka Ji’aa fi urjootihalkan akka baallii qabaatanu godhe,jaalalli isaa ka bara baraa ti.

    11Ka Israa’eloota Gibxii keessaa baase,jaalalli isaa ka bara baraa ti.

    26Waaqa ol-gubba’aa galateeffadha’a;jaalalli isaa ka bara baraa ti.

  9. Salmos 106

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 106
    Mostrando versículos 3–26 de 48

    3Worri haqa eegu,worri yennaa mara balchumma’aan hujuka gammade.

    21Isaan Waaqaa isaan baase,ka biyya Gibxi’ii keessatti waan gugurdoo huje,

    26Tanaaf inni harka ol fudhatee,goomolee keessatti akka isaan du’anu kakatee,

  10. Salmos 34

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 34
    Mostrando versículos 2–19 de 22

    2Ani Mootii Waan Maraatiin ifi jaja;worri cunqurfame dhage’ee gammaduu ti.

    11Ee ijoolle! Gara kiyya kowa’aatii, na caqasa’a;ani Mootii Waan Maraa sodaatiisa isin hin barsiisa.

    19Rakkoon balcha’aa baca’a;Mootiin Waan Maraa ammoowaan mara keessaa isa hin baasa.

  11. Salmos 97

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 97
    Mostrando versículos 2–12 de 12

    2Duumensii fi dukkanti dimmiisa marsaneeran;balchumma’aa fi haqihundee mootummaa isaa ti.

    11Ifi worra balcha’aaf,gammaddi worra qajeela’aaf baya.

    12Isin balchooti Mootii Waan Maraatiin gammada’a;maqaa isaa woyyicha leellisa’a.

  12. Salmos 99

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 99
    Mostrando versículos 3–9 de 9

    3Maqaa keeti gudda’aa fi sodaatamaa leellisanuu ti.Inni woyyu’u!

    5Mootii Waan Maraa Waaqa keenna saada’a;miila isaa jalatti sagada’a!Inni woyyu’u!

    9Mootiin Waan MaraaWaaqi keenna woyyuu waan te’eef,isa saada’a;gaara isaa woyyicha irratti isa waaqonfadha’a.

  13. Salmos 49

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 49
    Mostrando versículos 9–20 de 20

    9Akka du’ee hin shanne,haga bara baraa akka le’u godhiisaafijjumaa hin geettu.

    12Durummaan du’a irraa nama hin hamburtu;nami akkuma hori’ii hin du’a.

    20Nami karra qabaatee hubantii dhabe,akkuma hori’ii hin du’a.

  14. Salmos 35

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 35
    Mostrando versículos 5–22 de 28

    5Ergamaan Waaqaa isaan ari’uun,akka huura qilleensi afuufuu te’anuu ti.

    16Akkuma worri Waaqa malee le’u godhu,natti murgane;ilkaan natti ciniinnatane.

    22Ee Mootii Waan Maraa, ati tana dhaggiteerta,hin cadhisin!Ee Gootta’a, na irraa hin fagaatin!

  15. Salmos 52

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 52
    Mostrando versículos 1–9 de 9

    1Nama hunnaamessa!Hantuu hujiisa keetiin maaf koorta?Jaalalli bara baraa ka Waaqaahaga bara baraa ti.

    4Ati nama sobaalessa!Dubbii nama miitu jaalatta.

    9Waaqa, marroo waan ati hujjeetiif,ani bara baraan si leellifadha.Worra si dhugeeffatu duratti,maqaa keeti dansaa san addi’iin eegadha.

  16. Salmos 77

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 77
    Mostrando versículos 7–20 de 20

    7«Goottaan haga bara baraa nu hin gataa?Inni ijjumaa deebi’ee nu’uuf hin nayuu?

    16Ee Waaqa bisaan hedduunsi dhagganee sodaatane;qileen abbaaya’aalle raafante.

    20Harka Muuse’eetii fi Aaroniitiinakka nama hoolee tissuuati kolbaa teeti sooressite.

  17. Salmos 85

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 85
    Mostrando versículos 4–10 de 13

    4Ee Waaqa fayyisaa keenna,adde’etti nu deebisi;nutti mufatiisa lakkisi.

    5Ati haga bara baraa nutti aartaa ree?Aarii teeti dhaloota irraagara dhalootaatitti dabarsitaa ree?

    10Jaalalli fi addatamummaan wol dhaggan;balchumma’aa fi nageenni wol sunqatan.

  18. Salmos 43

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 43
    Mostrando versículos 1–5 de 5

    1Ee Waaqa, naaf muri;worra si’itti hin dhugeeffanne duratti naaf falmi;worra dharaameyyi’ii fi hamaaleyyii jalaa na baasi.

    4Achiin duuba ani gara addee ciinca’aa ta Waaqaagara Waaqa itti gammaduu hin dhaqa;ee Waaqa, Waaqa kiyya,ani kiraara kiyya guddichaan si leellisa.

    5Ee lubbuu tiyya maaf gaddita?Na keessatti maaf jeeqanta?Ani deebi’ee Waaqa fayyisaa kiyya waan leellifadhuuf,Waaqa keetitti addii godhadhu.

  19. Salmos 18

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 26–48 de 50

    26Worra qulqullu’uuf, ati qulqullu’u;worra dabaalessaaf,akka daba isaaniititti gatii isaaniif kennita.

    46Mootiin Waan Maraa jiraata’a!Rassaan kiyya leellifamuu ti!Waaqi fayyisaan kiyya jajamuu ti.

    48Inni diinota kiyya jalaa na baasa.Diinota kiyya irratti ol ol na qaba;kolbaa hunnaan na irratti kaatu jalalle’ee na baasa.

  20. Salmos 80

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 80
    Mostrando versículos 1–7 de 19

    1Ee tissee Israa’elii,ka sanyii Yoseefii akka hoole’ee sooressitu,ka barcumaa mootumma’aa keetika wodhakkaa dada ol-gubba’aata koola qadduu irra teetteertu,nuu dhage’i;ifa keeti issiitii,

    3Ee Waaqa adde’etti nu deebisi;nuu marariitii nu baasi.

    7Ee Waaqa waan mara dande’u,adde’etti nu deebisi;nuu marariitii nu baasi.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo