Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Salmos 132

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 132
    Mostrando versículos 8–14 de 18

    8Ee Mootii Waan Maraa, ka’i!Saanduqa Gondooro’ooka hunna teeti mudhisu woliin,gara addee foora keetii dhaqi.

    13Mootiin Waan MaraaXiyoon waan filateef,qe’ee ifii godhatiisaaf fedheera:

    14Inni, «Tun haga bara baraaaddee foora kiyyaa ti;ani waan isii jaaladheef,addee le’u isii hin godhadha.

  2. Salmos 91

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 91
    Mostrando versículos 1–10 de 16

    1Nami gollaa Waaqa Ol Aana’aa jala le’u,ka gaaddisa Waaqa Waan Mara Dande’uu jalatti foorfatu,

    3Waaqi tiyyoo nami si’iif afee fidhukkuba hamaa jalaa si hin baasa.

    10wonni hantuun sitti hin dhuttu;balaan qe’ee teetitti hin dhikaatu.

  3. Salmos 17

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 2–6 de 15

    2Ilti teeti waan sirrii te’e waan dhaggituuf,muraan tiyya si biraa naa dhuttuu ti.

    4Jecha afaan keeti keessaa bayuuf ajajamee,waan namooti hujanu irraa,karaa isaan hunnaan nama irratti ka’anu irralle’ee,ifi eeggadheera.

    6Ee Waaqa, ati waan naa dhageettuuf,ani si waammadha;gurra keeti gara kiyya deebifadhuutii,jecha kiyya dhage’i.

  4. Salmos 42

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 42
    Mostrando versículos 1–11 de 11

    1Akkuma gadansi bisaan yaa’u dharra’u,Ee Waaqa, anille si dharra’a.

    5Ee lubbuu tiyya maaf gaddita?Na keessatti maaf jeeqanta?Ani deebi’ee Waaqa fayyisaa kiyya waan leellifadhuuf,Waaqa keetitti addii godhadhu.

    11Ee lubbuu tiyya maaf gaddita?Na keessatti maaf jeeqanta?Ani deebi’ee Waaqa fayyisaa kiyya waan leellifadhuuf,Waaqa keetitti addii godhadhu.

  5. Salmos 52

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 52
    Mostrando versículos 1–9 de 9

    1Nama hunnaamessa!Hantuu hujiisa keetiin maaf koorta?Jaalalli bara baraa ka Waaqaahaga bara baraa ti.

    4Ati nama sobaalessa!Dubbii nama miitu jaalatta.

    9Waaqa, marroo waan ati hujjeetiif,ani bara baraan si leellifadha.Worra si dhugeeffatu duratti,maqaa keeti dansaa san addi’iin eegadha.

  6. Salmos 49

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 49
    Mostrando versículos 7–20 de 20

    7Dhugumaan, nami nama wodu,yookiin gatii wodo’oo sanWaaqaaf kennuu dande’u hin jiru.

    19du’ee gara abbootii ifii ta durii,ta deebitee ifa hin dhagginee hin deema.

    20Nami karra qabaatee hubantii dhabe,akkuma hori’ii hin du’a.

  7. Salmos 47

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 47
    Mostrando versículos 1–7 de 9

    1Gosi biyya adda addaa marti,harka keessan dhowa’a;qoonqoo ol qabadha’aatii,Waaqaaf ilillisa’a.

    6Waaqa faaru’uun leellisa’a; leellisa’a;Mootii keenna faaru’uun leellisa’a; leellisa’a.

    7Waaqi mootii lafa duudi’ii waan te’eef,faaru’uun isa leellisa’a.

  8. Salmos 77

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 77
    Mostrando versículos 1–20 de 20

    1Ani qoonqoo ol qabadhee gara Waaqaa iyya;akka inni naaf dhage’u,qoonqoo ol qabadhee gara Waaqaa iyya.

    16Ee Waaqa bisaan hedduunsi dhagganee sodaatane;qileen abbaaya’aalle raafante.

    20Harka Muuse’eetii fi Aaroniitiinakka nama hoolee tissuuati kolbaa teeti sooressite.

  9. Salmos 35

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 35
    Mostrando versículos 5–22 de 28

    5Ergamaan Waaqaa isaan ari’uun,akka huura qilleensi afuufuu te’anuu ti.

    16Akkuma worri Waaqa malee le’u godhu,natti murgane;ilkaan natti ciniinnatane.

    22Ee Mootii Waan Maraa, ati tana dhaggiteerta,hin cadhisin!Ee Gootta’a, na irraa hin fagaatin!

  10. Salmos 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–12 de 12

    1Ee Mootii Waan Maraa, dubbii tiyya caqasi;aadiisa kiyyalle dhage’i.

    2Mootii kiyya, Waaqa kiyya,ani waan si daadimadhuuf,iyya tiyya naa dhage’i.

    12Ee Mootii Waan Maraa,ati balchoota hin eebbitta;fedhii teeti dansa’aanakka wonte’ee isaan marsi.

  11. Salmos 64

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 64
    Mostrando versículos 1–8 de 10

    1Ee Waaqa, rakkinna keessattiqoonqoo tiyya naaf dhage’i;sodaachisaa diinaa irraa na eegi.

    2Mala worra hama’aa duraa,waan hantuu hujiisaaworra wolitti qabamu duraa na dhossi.

    8Waaqi dubbuma arraba isaaniitiingara badi’ii isaan fida;worri isaan dhaggu martimurgo’oon mataa ifii itti hin raasan.

  12. Salmos 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 1–9 de 17

    1Ee Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya, ani gara keeti baqadha;worra na ari’u jalaa na hamburii, na baasi!

    6Ee Mootii Waan Maraa, aarii teetiin ka’i;worra mufi’iin na irratti ka’e irratti ka’i;naa dammaqii, muraa haqaa ajaji.

    9Ee Waaqa balcha’a,ka qalbi’ii fi gadhaa nama qorqortu,hammeenna worra hamaaleyyi’ii balleessi;worra balchoolee jabeessii dhaabi.

  13. Salmos 101

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 101
    Mostrando versículos 2–6 de 8

    2Ani jiruu komii hin qanne le’a.Ati yoom gara kiyya dhutta?Ani mana kiyya keessakomii malee ideema.

    5Nama ollaa ifii dhossa’aan hamatu,hin balleessa;nama nama tuffatuu finama kooruuf ani hin ossadhu.

    6Akka isaan na woliin le’anuuf,ilti tiyya gara worra addatamaalafa tana keessa jiranuu hin ilaalti.Nami karaa komii hin qanne ideemuinni na hin tajaajila.

  14. Salmos 38

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 38
    Mostrando versículos 1–19 de 22

    1Ee Mootii Waan Maraa, aari’iin na hin xixin;mufi’iin na hin adabin.

    15Ee Mootii Waan Maraa,ani ammoo addi’iin si eegadha;Ee Goottaa Waaqa kiyya,atille deebii naaf hin kennita.

    19Diinoti kiyya hunnaameyyiin baca’a;worri sababa malee na jibbu heddu’u.

  15. Salmos 66

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 66
    Mostrando versículos 8–19 de 20

    8Ee, gosi biyya adda addaaWaaqa keenna leellisa’a;qoonqoo ol qabadha’aatii isa leellisa’a.

    16Isin worri Waaqa sodaattanu marti,kowa’aa dhage’a’a;ani waan Waaqi naaf godhe hin hima.

    19Waaqi ammoo dhugumaan naaf caqaseera;qoonqoo daadimata kiyyaalle dhage’eera.

  16. Salmos 97

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 97
    Mostrando versículos 1–12 de 12

    1Mootiin Waan Maraa mooti’i!Latti gammadduu ti;isin worri oddoola abbaaya’aakeessa jirtanulle gammada’a.

    11Ifi worra balcha’aaf,gammaddi worra qajeela’aaf baya.

    12Isin balchooti Mootii Waan Maraatiin gammada’a;maqaa isaa woyyicha leellisa’a.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo