Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaías 53

11 Inni farriisa ifiitiin duuba,

ifa jiru’uu dhaggee hin gammada.

Tajaajilaan kiyya balchichi,

beekkumsa ifiitiin

worra bacaa hin balchoonsa;

yakkaa isaaniille hin ba’ata.

12 Inni cubbuu namoota heddu’uu ba’atee,

marroo yakkaa isaaniitiifille

isaaniif kadhate;

inni lubbuu ifii du’aaf

dabarsee kennee,

hamaaleyyii woliin

waan laakkowameef,

ani qooda isaa worra gugurdaa woliin

isaaf hin kenna;

inni worra jajjabaa woliin

boojuu hin qoodama» jedha.

Veja também