Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Fakkeennaa 2

6 Mootiin Waan Maraa, qarummaa waan namaa kennuuf,

beekkumsii fi hubantiin isa biraa dhufan.

7 Inni worra qajeela’aaf, qarummaa kenna;

worra komii hin qanneefille, wontee isaaniif te’a.

8 Inni daandii haqaa hin toowata;

karaa worra isaaf addatamuulle hin eega.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também