Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Mootota 19

12 Sochii lafaa booddee ibiddi ni dhufe; Rabbii Allaahan garuu ibidda sana keessa hin turre. Ibidda sana booddee immoo hasaasa xinnaa tokkotu ture. 13 Iliyaas yommuu waan kana dhagaʼetti uffata ofii isaa fuulatti haguuggatee gara afaan holqa sanaatti hiiqee dhaabate.

Sagaleen tokkos, "Iliyaas ati maal asii hojjetta?" jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também