Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Saamuʼeel 21

10 Riixiphaan intalli Ayyaa sun wayyaa gaddaa fudhattee kattaa irra afatte. Isheenis yeroo midhaan itti haamamuu jalqabdee hamma bokkaan reeffa jara ajjeefamanii sanatti shamaayʼuniidhaa roobutti akka guyyaa guyyaa allaattiin shamaayʼun halkan immoo bineensonni bosonaa reeffa sana tuqan hin eeyyamne.

Veja também