9 Malaʼikkaan Allaaha sunis, " ‘Warri gara irbaata cidha fuudha Hoolichaatti affeeraman eebbifamoo dha!’ jedhii barreessi" naan jedhe; innis, "Dubbiin kun dubbii Allaaha isa dhugaa dha" naan jedhe.