10 Ibliis inni isaan gowwoomse sunis gara haroo dinyii bobaʼuutti iddoo bineensichii fi nabiiʼiyyichi sobaa itti darbataman sanatti gad darbatame. Isaanis bara baraa hamma bara baraatti halkanii guyyaa ni dhiphifamu.