3 Siʼachi abaarsi tokko iyyuu hin jiraatu. Teessoon Allaahatii fi Hoolichaa magaalattii keessatti argama; garboonni isaas isa tajaajilu. 4 Isaan fuula isaa ni argu; maqaan isaas adda isaanii irratti ni argama.
Publicidade

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.