6 Anis Hoolaa waan qalame fakkaatee teessoo walakkaa uumamawwan lubbuu qabeeyyii afranii fi maanguddootaan marfamee dhaabatu tokko arge. Hoolichis gaanfa torbaa fi ija torba5:6 Gaanfa torbaa fi ija torba – Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa keessatti gaafni fakkeenya jabinaatii fi humnaa ti. "Gaanfi torba" Humna akka malee guddaa argisiisa; iji immoo dandeettii Allaahan ittiin waan hunda arguu fi beeku argisiisa. qaba ture; iji torban kunneenis Hafuurota Allaaha kanneen gara lafa hundaatti ergaman torbanii dha.
Publicidade