Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 1

21 Kanaaf warra yeroo gooftaa Iisaan nu gidduu baʼee galaa ture hundumaa nu wajjin turan keessaa nama tokko filachuun barbaachisaa dha; 22 namni filatamu kun nama cuuphaa Yahyaa jalqabee hamma gaafa Iisaan nu biraa shamaayʼuniitti ol fudhatameetti nu wajjin ture taʼuu qaba. Namoota kanneen keessaa tokko nu wajjin dhuga baatuu duʼaa kaʼuu Iisaa taʼuu qabaatii."

Veja também