Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 15

Wal dhabuu Phaawulosii fi Barnaabaas

36 Phaawulosis bultii gabaabduu booddee Barnaabaasiin, "Mee kottu, magaalaawwan itti dubbii Gooftaa lallabne hundatti deebinee obboloota dubbifnaa; haala isaan keessa jiranis ni ilaallaa!" jedhe. 41 Innis waldoota kiristaanaa jajjabeessaa Sooriyaa fi Kiilqiyaa keessa darbe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também