Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 26

22 Ani garuu hamma guyyaa harʼaatti gargaarsa Allaaha qaba; kanaafuu ani dhaabadhee xinnaa guddaaf dhugaa baʼaan jira. Ani waan nabiiʼiyyoonnii fi Muusaan Ni taʼajedhanii dubbataniin alatti waan tokko illee hin dubbadhu. 23 Kunis akka Al-Masiihiin dhiphachuu qabu, akka inni warra duʼan keessaa kaʼuudhaan kan jalqabaa taʼee saba isaatii fi Namoota Ormaatiif ifa labsuu dha."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também