Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 5

3 Phexros garuu akkana jedhe; "Yaa Anaaniyaas, akka ati Hafuura Qulqulluu sobdee horii lafa gurgurattee argate irraa gartokko hambifattuuf sheeyxaanni maaliif akkas garaa kee guute? 4 Lafti sun utuu hin gurguramin iyyuu kan kee ture mitii? Erga gurguramee booddees horiin sun harkuma kee hin turree? Yoos akka ati waan akkasii gootu maalitu si yaachise? Ati Allaah sobde malee nama hin sobne."

Veja também