Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 7

55 Isxifaanos garuu Hafuura Qulqulluun guutamee gara shamaayʼun ol ilaalee ulfina Allaahatii fi Iisaas isaa mirga Allaaha dhaabatee jiru arge. 56 Innis, "Ani kunoo shamaayʼuniin banamee, Ilma Namaas isaa mirga Allaaha dhaabatee jiru nan arga" jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também