Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 9

17 Anaaniyaasis dhaqee mana sana seene. Harka isaas Saaʼol irra kaaʼee, "Yaa obboleessa koo Saaʼol, Gooftaa Iisaan inni utuu ati as dhuftuu karaa irratti sitti mulʼate sun akka ati argituu fi akka ati Hafuura Qulqulluun guutamtuuf na ergeera" jedhe. 18 Yommusuma wanni akka qolaa ija Saaʼol irraa harcaʼe; inni ammas arguu dandaʼe. Kaʼees cuuphame.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também