9Allaahan gara tokkummaa Ilma isaa Gooftaa keenya Iisaa Al-Masiihiitti isin waame sun amanamaa dha.
20Namni ogeessi eessa jira? Hayyuun eessa jira? Falaasamaan bara kanaa eessa jira? Allaahan ogummaa addunyaa kanaa gowwummaa hin goonee ree?
29kunis akka eenyu iyyuu isa duratti of hin jajneef.