Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Apocalipse 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 5–16 de 20

    5akkasumas Iisaa Al-Masiihiin dhuga baatuu amanamaa, hangafa warra duʼaniitii fi bulchaa mootota lafaa taʼe sana irraa ayyaanni isiniif haa taʼu. Assalaam aleeyikum.Isa nu jaallatuu fi isa dhiiga isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu baase,

    8Allaahan Gooftaan Waan Hunda Dandaʼu, "Ani Alfaa fi Omeegaa dha; isa jiru, isa turee fi isa dhufuuf jiruu dha" jedha.

    16Harka isaa mirgaatiin urjiiwwan torba qabatee ture; afaan isaa keessaas goraadee qara lama qabutu baʼaa ture. Fuulli isaas biiftuu humna guutuun iftu fakkaata ture.

  2. Números 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 13–25 de 35

    13Ani saba kana hundaaf foon eessaan argadha? Isaan, ‘Foon nyaannu nuu kenni!’ jedhanii natti booʼu.

    18"Saba kanaan akkana jedhi: ‘Isin bori foon nyaattuutii of qulqulleessaa qophaaʼaa. Rabbii Allaahan yeroo isin, "Nu utuu foonuma nyaannu argannee! Yeroo nu biyya Gibxi keessa jirru nuu wayya ture!" jettanii boossan dhagaʼeeraatii. Rabbii Allaahan amma foon isinii kenna; isinis ni nyaattu.

    25Ergasiis Rabbii Allaahan duumessaan gad buʼee isatti dubbate; Hafuura isa irra jirus fuudhee maanguddoota torbaatamman sana irra buuse. Isaanis yeroo Hafuurri sun isaan irra boqotetti raajii dubbatan; ergasii immoo deebiʼanii raajii sana hin dubbanne.

  3. Êxodo 32

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 32
    Mostrando versículos 9–16 de 35

    9"Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe; ‘Kunoo, ani akka sabni kun mata jabeessa taʼe argeera.

    12Warri Gibxii maaliif, ‘Inni duruma iyyuu yaada hamaadhaan tulluuwwan irratti isaan fixuu fi lafa irraa isaan balleessuuf Gibxii isaan baasee?’ jedhu. Aarii kee bobaʼaa sana irraa deebiʼi; obsis; saba keettis badiisa hin fidin.

    16Gabateewwan sanas Allaahatu hojjete; katabbiin sunis katabbii Allaaha kan gabateewwan sana irratti soofamee barreeffamee dha.

  4. Lucas 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 6–36 de 38

    6Sanyiin namaa hundinuus fayyisuu Allaaha ni arga.’ "3:6 Isa 40:3-5

    35ilma Seruug, ilma Reʼuu,ilma Feleg, ilma Eeber,ilma Saalaa,

    36ilma Qaayinaamilma Arfaaksaad, ilma Seem,ilma Nuuhi, ilma Laamehi,

  5. Cânticos 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–9 de 17

    1Weedduu Weeddotaa Suleyimaan.Ishee

    4Na fudhadhuu deemi; si duukaa fiignaa!Mootichi diinqa isaatti ol na galfate.MichootaNu sitti gammannee ililchina;jaalala kees daadhii wayinii caalaa jajanna.IsheeSi jaallachuun isaanii akkam sirrii dha!

    9Yaa jaalallee ko, ani akka farda dhalaafardeen gaarii Faraʼoon harkisan keessaa tokkootti sin ilaala.

  6. Gênesis 46

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 46
    Mostrando versículos 11–33 de 34

    11Ilmaan Lewwii:Geershoon, Qohaatii fi Meraarii.

    23Ilmi Daan:Hushiimii dha.

    33Yoo Faraʼoon ofitti isin waamee, ‘Hojiin keessan maal?’ jedhee isin gaafate,

  7. Esdras 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–4 de 11

    1Rabbii Allaahan akka dubbiin Rabbii Allaah kan afaan Ermiyaasiin dubbatame sun raawwatamuuf jedhee bara Qiiros mooticha Faares keessa waggaa jalqabaatti akka inni mootummaa isaa hunda keessa labsii tokko dabarsuu fi akka labsiin sunis barreeffamuuf hafuura Qiiros mooticha Faares ni kakaase; labsiin sunis akkana jedha:

    2"Qiiros mootichi Faares akkana jedha:" ‘Rabbii Allaahan shamaayʼun mootummoota lafa irraa hunda naaf kenneera; akka ani Yihuudaa keessatti Yerusaalemitti mana qulqullummaa isaaf ijaaruufis na muudeera.

    4Warra hafanii iddoo kam iyyuu jiraatan hundaaf sabni biyya isaan keessa jiraatan sanaa kennaa fedhiidhaan mana qulqullummaa Allaaha kan Yerusaalem keessa jiru sanaaf kennuu irratti dabalee meetii fi warqee, miʼaa fi horii gumaachuudhaan isa haa gargaaran.’ "

  8. Ezequiel 37

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 37
    Mostrando versículos 6–24 de 28

    6Ribuu isinitti nan baasa; akka foon isinitti baʼu nan godha; gogaas isinitti nan uffisa; hafuuras isin keessa nan kaaʼa; isinis lubbuudhaan ni jiraattu. Ergasii isin akka ani Rabbii Allaah taʼe ni beektu.’ "

    16"Yaa ilma namaa, ulee mukaa tokko fuudhiitii, ‘Kan Yihuudaatii fi kan Israaʼeloota isa wajjin tumsanii’ jedhii isa irratti barreessi. Ulee mukaa kan biraas fuudhiitii, ‘Ulee Efreem, kan Yuusufii fi kan guutummaa mana Israaʼel kanneen isa wajjin tumsanii’ jedhii isa irratti barreessi.

    24" ‘Daawud garbichi koo isaan irratti mootii ni taʼa; isaan hundis tiksitee tokko ni qabaatu. Isaan seera koo duukaa ni buʼu; sirna koos of eeggannaadhaan ni eegu.

  9. 2 Samuel 16

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 1–23 de 23

    1Daawud fiixee gaarichaa darbee xinnoo erga deemee booddee Ziibaan tajaajilaan Mefiibooshet harroota lamatti buddeena dhibba lama, bixxillee ija wayinii dhibba tokko, bixxillee ija harbuu dhibba tokkoo fi daadhii wayinii qalqalloo tokko feʼee isa simachuuf itti dhufe.

    14Mootichii fi namoonni isa wajjin turan hundi dadhabbii guddaadhaan dhufanii achitti aara galfatan.

    20Abesaaloomis Ahiitofeliin, "Mee nu gorsi. Nu maal gochuu qabna?" jedhe.

    23Bara sanatti gorsi Ahiitofel kennaa ture akkuma waan namni tokko Allaah gaafatuutti ilaalama ture. Akki itti Daawudis taʼu Abesaaloom gorsa Ahiitofel hunda dhagaʼaa turan kanaa dha.

  10. Deuteronômio 26

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 1–9 de 19

    1Ati yommuu biyya Rabbii Allaahan kee dhaala godhee siif kennutti galtee dhaaltee keessa qubattutti,

    2midhaan lafa biyya Rabbii Allaahan kee siif kennu irraa argattu hunda irraa mataa isaa fuudhiitii guuboo keessa kaaʼi. Ergasiis iddoo Rabbii Allaahan kee iddoo jireenya Maqaa isaatiif filatu dhaqi;

    6Warri Gibxi garuu nu hacuucuu fi nu dhiphisuudhaan hojii jabaa nutti feʼan.

    9Iddoo kanattis nu fidee biyya aannanii fi damma baaftu kana nuuf kenne;

  11. Isaías 28

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 28
    Mostrando versículos 3–23 de 29

    3Gonfoon of tuulummaa,machooftonni Efreem miilla jalatti dhidhiitamu.

    11Yoos Allaahan afaan alagootaatiin,afaan hin beekamneenis saba kanatti ni dubbata;

    23Dhaggeeffadhaatii sagalee koo dhagaʼaa;qalbeeffadhaatii waan ani dubbadhu dhagaʼaa.

  12. 1 Coríntios 13

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 8–13 de 13

    8Jaalalli gonkumaa hin badu. Raajii taanaan ni darba; afaan haaraa taanaan ni hafa; beekumsas taanaan ni bada.

    9Nu beekumsa irraa gara tokko beeknaatii; raajiis gara tokko dubbanna;

    13Egaa amantiin, abdii fi jaalalli sadan isaanii iyyuu ni jiraatu. Isaan keessaa garuu jaalalatu caala.

  13. Levítico 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 1–57 de 57

    1Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe;

    56iitoodhaaf, finniisaaf yookaan baaroleedhaaf,

    57akka wanni tokko qulqulluu yookaan xuraaʼaa taʼe addaan baasuuf kennamee dha.Kun seera lamxiidhaaf kennamee dha.

  14. Mateus 23

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 10–26 de 39

    10‘Gooftota’ jedhamtanii hin waamaminaa; isin Gooftaa tokko qofa qabduutii; innis Al-Masiihii.

    22Namni shamaayʼuniidhaan kakatu, teessoo Allaahatii fi isa teessoo sana irra taaʼuun kakata.

    26Yaa Fariisicha jaamaa nana! Jalqabatti keessa xoofootii fi caabii qulqulleessi; ergasii duubni isaas ni qulqullaaʼaa.

  15. João 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 17–44 de 59

    17Dhuga baʼumsi nama lamaa akka dhugaa taʼe Seera keessan keessatti barreeffameera.

    30Utuma inni dubbatuus, namoonni baayʼeen isatti amanan.

    44Isin ijoollee abbaa keessanii ijoollee ibliis; fedhiin keessanis hawwii abbaa keessanii raawwachuu dha. Inni jalqabumaa kaasee nama ajjeesaa ture; waan dhugaan isa keessa hin jirreef inni dhugaadhaan hin jiraatu. Inni sobduu fi abbaa sobaa waan taʼeef yommuu soba dubbatutti ofuma keessaa fuudhee dubbata.

  16. Jeremias 51

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 51
    Mostrando versículos 17–63 de 64

    17"Tokkoon tokkoon namaa gowwaa fi kan beekumsa hin qabnee dha;tokkoon tokkoon tumtuu warqee waaqeffatamtoota tolfamoo isaatiin qaaneffama.Fakkiiwwan inni tolchu kan sobaa ti;isaan hafuura baafatan of keessaa hin qaban.

    42Baabilon irra galaanni garagala;dambaliin galaanaas ishee haguuga.

    63Yeroo kitaaba maramaa kana dubbiftee fixxutti dhagaa itti hidhiitii Laga Efraaxiisitti darbadhu.

  17. Jó 33

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 33
    Mostrando versículos 11–28 de 33

    11Miilla koo gudeelcha gidduu galchee hidha;karaa koo hundas ni eega.’

    17jalʼina irraa nama deebisuuf,of jajuu irraas isa dhowwuuf,

    28Inni akka isheen boolla hin buuneef lubbuu koo fureera;anis jiraadhee ifa nan arga.’

  18. Josué 17

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 2–15 de 18

    2Kanaafuu qoodni kun saba Minaasee warra hafaniif jechuunis balbala Abiiʼezer, Heleq, Asriiʼeel, Sheekem, Heeferii fi Shemiidaaf kenname. Kunneenis balbala balbala isaaniitiin ilmaan Minaasee ilma Yuusuf kanneen biraa ti.

    8Biyyi Tafuuʼaa kan Minaasee turte; Tafuuʼaan mataan ishee garuu karaa daangaa Minaaseetiin kan ilmaan Efreem turte.

    15Yushuʼaanis, "Yoo isin akka malee baayʼattanii biyyi gaaraa Efreem kun isinitti dhiphatte bosona seenaatii biyya Feerzotaatii fi Refaayimootaa keessatti iddoo jireenyaa qopheeffadhaa" jedhee deebiseef.

  19. Provérbios 28

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 28
    Mostrando versículos 20–26 de 28

    20Namni amanamaan eebba quufa;kan sooromuutti gaggabu garuu adabbii jalaa hin baʼu.

    23Namni nama ifatu dhuma irrattinama arrabaan nama saadu caalaa surraa argata.

    26Namni of amanatu gowwaa dha;kan ogummaadhaan deemu immoo nagaadhaan jiraata.

  20. Romanos 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 11–29 de 29

    11Allaahan nama wal hin caalchisuutii.

    19warra iji isaanii jaameef dura deemaa, warra dukkana keessa jiraniif immoo ifa taʼuu kee yoo amante,

    29Garuu nama keessa namummaa isaatiin Yihuudii taʼetu Yihuudii dha; dhagna qabaanis dhagna qabaa yaada garaa kan Hafuuraan taʼuudha malee seera barreeffameen miti. Namni akkasii Allaah biratti malee nama biratti hin jajamu.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo