Publicidade

Ezequiel 3

27 Ani yeroon sitti dubbadhutti garuu afaan kee siifan bana; atis, Rabbii Allaahan Gooftaan akkana jedhaisaaniin jetta. Namni dhagaʼuu barbaadu kam iyyuu haa dhagaʼu; namni dhagaʼuu hin barbaanne kam iyyuu dhagaʼuu haa dhiisu; isaan mana fincilaadhaatii.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-