Pular para o conteúdo
Publicidade

Hisqiʼeel 9

4 innis akkana jedheen; "Guutummaa magaalaa Yerusaalem keessa deemiitii adda namoota sababii wantoota jibbisiisoo ishee keessatti hojjetaman hundaatiif gaddanii booʼan irratti mallattoo godhi."

5 Inni utuma ani dhagaʼuu warra kaaniin akkana jedhe; "Magaalattii keessa isa faana deemaatii utuu garaa hin laafin yookaan utuu hin mararfatin ajjeesaa. 6 Jaarsota, dargaggeeyyii, shamarran, dubartootaa fi ijoollee ajjeesaa; nama mallattoo qabu kam iyyuu garuu hin tuqinaa. Iddoo qulqullummaa koo irraa jalqabaa." Kanaafuu isaan jaarsota fuula mana qulqullummaa dura jiran irraa jalqaban.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também