Publicidade

João 1

33 Inni akka ani bishaaniin cuuphuuf na erge sun, Namichi ati utuu Hafuurri gad buʼee isa irra jiraatuu argitu sun, isa Hafuura Qulqulluudhaan cuuphu dhajedhee utuu natti himuu baatee silaa ani iyyuu isa hin beeku ture.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-