15 Ani akka ati isa hamaa sana isaan irraa eegduuf malee akka ati addunyaa keessaa isaan baaftuuf si duʼaa hin godhu. 16 Akkuma ani kan addunyaa hin taʼin isaanis akkasuma kan addunyaa miti. 17 Dhugaadhaan isaan qulqulleessi; dubbiin kee dhugaa dha. 18 Akkuma ati gara addunyaatti na ergite sana anis gara addunyaatti isaan ergeera.
Publicidade
Yohannis 17
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.