Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 3

19 Murtiin sunis isa kana: Ifni gara addunyaa dhufe; namoonni garuu waan hojiin isaanii hamaa tureef ifa caalaa dukkana jaallatan. 20 Namni waan hamaa hojjetu kam iyyuu ifa jibba; akka hojiin isaa ifatti hin baafamneefis gara ifaa hin dhufu. 21 Namni dhugaa hojjetu kam iyyuu garuu akka hojiin isaa akka fedhii Allaahatti hojjetamuun isaa mulʼatuuf gara ifaa dhufa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também