Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 6

27 Nyaata jireenya bara baraatiif taʼu kan Ilmi Namaa isinii kennuuf dadhabaa malee nyaata baduuf hin dadhabinaa. Allaahan Abbaan chaappaa isaa kan mirkaneessu Ilma irratti rukuteeraatii."

28 Isaanis, "Nu akka hojii Allaaha hojjennuuf maal gochuu qabna?" jedhanii isa gaafatan.

29 Iisaanis, "Isa inni ergetti amanuun keessan kun hojii Allaaha ti" jedhee deebiseef.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também