15 Isin garuu yoo Rabbii Allaah tajaajiluu hin barbaanne, waaqeffatamtoota abbootiin keessan Laga gamatti tajaajilaa turan sana yookaan waaqeffatamtoota Amoorotaa biyya isaanii keessa jiraattan kanneenii keessaa harʼa filadhaa. Anii fi manni koo garuu Rabbii Allaah waaqeffanna."
Publicidade
Yushuʼaa 24:15
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
15 እስን ገሩ ዮ ዋቀዮን ተጃጅሉ ህንበርባድኔ፣ ዋቆተ አቦቲንኬሰን ለገ ገመት ተጃጅላ ቱረን ሰነ ዮካን ዋቆተ አሞሮታ ብየሳኒ ኬሰ ጅራተን ከኔኒ ኬሳ ሀርአ ፍለዻ። አኒፊ መንኮ ገሩ ዋቀዮን ዋቄፈትነ።"
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
15 Isin garuu yoo Waaqayyoon tajaajiluu hin barbaanne, waaqota abbootiin keessan Laga gamatti tajaajilaa turan sana yookaan waaqota Amoorotaa biyya isaanii keessa jiraattan kanneenii keessaa harʼa filadhaa. Anii fi manni koo garuu Waaqayyoon waaqeffanna."
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.