Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 2

48 Abbaa fi haati isaas yommuu isa arganitti ni raajeffatan. Haati isaas, "Gurbaa, maaliif akkana nu goote? Kunoo, anii fi abbaan kee yaaddoo guddaadhaan si barbaadaa turree!" jetteen.

49 Innis deebisee, "Maaliif na barbaaddan? Akka ani mana Abbaa kootti argamuu qabu hin beekne moo?" isaaniin jedhe. 50 Isaan garuu dubbii inni isaanitti dubbate hin hubanne.

51 Innis isaan wajjin Naazreetitti gad buʼe; isaaniifis ni ajajama ture. Haati isaa garuu waan kana hunda garaatti qabatte.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também