Pular para o conteúdo
Publicidade

Marcos 1

23 Yeruma sana namichi mana sagadaa isaanii keessaa kan hafuura xuraaʼaan qabame tokko iyyee 24 akkana jedhe; "Yaa Iisaa nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa Qulqullicha Allaaha!"

25 Iisaan immoo, "Calʼisii isa keessaa baʼi!" jedhee ifate. 26 Hafuurri xuraaʼaan sunis namicha dhidhiitachiisee, sagalee guddaadhaan iyyee keessaa baʼe.

Veja também