Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 10

6 Jalqaba uumamaatii kaasee garuu Allaahan, Dhiiraa fi dubartii isaan taasise.10:6 Uma 1:27 7 Kanaafis namni abbaa isaatii fi haadha isaa ni dhiisa; niitii isaa wajjinis tokko taʼa; 8 lamaan isaanii iyyuu foon tokko ni taʼu.10:8 Uma 2:24 Egaa isaan siʼachi foon tokko malee lama miti. 9 Kanaafuu waan Allaahan tokko taasise namni gargar hin baasin."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também