Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 11

Iisaan Mana Qulqullummaa Qulqulleessuu Isaa

12 Guyyaa itti aanutti utuu Biitaaniyaadhaa baʼanuu Iisaan beelaʼe. 13 Innis muka harbuu baala qabu tokko fagootti argee ija qabaachuu fi qabaachuu baachuu isaa ilaaluu dhaqe. Garuu waan yeroon sun waqtii harbuu hin taʼiniif inni yommuu muka sana bira gaʼetti baala malee waa tokko illee hin arganne. 14 Iisaanis muka sanaan, "Namni tokko iyyuu deebiʼee ija sirraa hin nyaatin" jedhe. Barattoonni isaas ni dhagaʼan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também