Publicidade

Marcos 14

61 Iisaan garuu inuma calʼise malee deebii tokko illee hin kennine.

Lubichi ol aanaan ammas, "Al-Masiihiin Ilmi isa Eebbifamaa Sanaa sii?" jedhee isa gaafate.

62 Iisaanis, "Eeyyee ana; isin utuu Ilmi Namaa karaa mirga Humna Qabeessa sanaatiin taaʼee, duumessa shamaayʼuniitiin dhufuu ni argitu" jedhe.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-