31 Innis, "Kophaa keessan gara iddoo namni hin jirre tokkoo kottaatii takka boqodhaa" jedheen; isaan sababii namoonni baayʼeen dhufaa, deemaas turaniif carraa itti waa nyaatan illee hin qaban tureetii.