29 Daaloteen lama saantima tokkotti gurguramu mitii? Isaan keessaa garuu tokko iyyuu fedhii Abbaa keessanii malee lafa hin buutu. 30 Rifeensi mataa keessanii hundis lakkaaʼameera. 31 Kanaaf hin sodaatinaa; isin daalotee hedduu caalaa gatii qabduutii.
Publicidade
Publicidade