Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 13:40-42

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

40 "Akkuma inkirdaadni walitti qabamee ibiddaan gubamu sana, dhuma addunyaattis akkasuma taʼa. 41 Ilmi Namaa malaʼikkoota isaa ni erga; isaanis waan cubbuutti nama geessu hundaa fi warra waan hamaa hojjetan hunda mootummaa isaa keessaa baasanii walitti qabu. 42 Boolla ibiddaattis isaan darbatu; achittis wawwaannaa fi ilkaan qaruutu taʼa.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    40 "አኩመ እንክርዳድን ወልት ቀበሜ እብዳን ጉበሙ ሰነ፣ ዹመ አዱኛትስ አከሱመ ተአ። 41 እልም ነማ ኤርገሞተሳ ንኤርገ፤ እሳንስ ዋን ጩቡት ነመ ጌሱ ሁንዳፊ ወረ ዋን ሀማ ሆጄተን ሁንደ ሞቱማሳ ኬሳ ባሰኒ ወልት ቀቡ። 42 ቦለ እብዳትስ እሳን ደርበቱ፤ አችትስ ወዋትናፊ እልካን ቀሩቱ ተአ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    40 "Akkuma inkirdaadni walitti qabamee ibiddaan gubamu sana, dhuma addunyaattis akkasuma taʼa. 41 Ilmi Namaa ergamoota isaa ni erga; isaanis waan cubbuutti nama geessu hundaa fi warra waan hamaa hojjetan hunda mootummaa isaa keessaa baasanii walitti qabu. 42 Boolla ibiddaattis isaan darbatu; achittis wawwaannaa fi ilkaan qaruutu taʼa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.