Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 6

28 "Isin maaliif waaʼee uffataa yaaddoftu? Daraaraawwan dirree akkamitti akka guddatan mee ilaalaa. Isaan hin dhamaʼan yookaan hin foʼan. 29 Ani garuu isinittin hima; Suleyimaan iyyuu ulfina isaa hunda keessatti, akka tokkoo isaaniitti hin uffanne. 30 Isin yaa warra amantii xinnoo nana. Allaahan erga marga dirree kan harʼa jiruu fi kan bor immoo ibiddatti naqamutti iyyuu akkasitti uffisee, isinitti immoo guddaa caalchisee hin uffisuu ree?

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também