Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 6:31-33

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

31 Kanaafuu, ‘Maal nyaanna?’ yookaan ‘Maal dhugna?’ yookaan ‘Maal uffanna?’ jettanii hin yaaddaʼinaa. 32 Kana hunda ormoonni iyyuu ni barbaaduutii; Abbaan keessan inni shamaayʼun irraas akka wanni kun hundinuu isin barbaachisu ni beeka. 33 Garuu duraan dursaatii mootummaa isaatii fi qajeelummaa isaa barbaadaa; wanni kun hundinuu akkasuma isiniif kennama.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    31 ከናፉ፣ ‘ማል ኛትነ?’ ዮካን ‘ማል ዹግነ?’ ዮካን ‘ማል ኡፈትነ?’ ጄተኒ ህንያደእና። 32 ከነ ሁንደ ኦርሞትንዩ ንበርባዱቲ፤ አባንኬሰን እን ሰሚራስ አከ ወን ኩን ሁንድኑ እስን በርባችሱ ንቤከ። 33 ገሩ ዱራን ዱርሳቲ ሞቱማሳቲፊ ቀጄሉማሳ በርባዳ፤ ወን ኩን ሁንድኑ አከሱመ እስኒፍ ኬነመ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    31 Kanaafuu, ‘Maal nyaanna?’ yookaan ‘Maal dhugna?’ yookaan ‘Maal uffanna?’ jettanii hin yaaddaʼinaa. 32 Kana hunda ormoonni iyyuu ni barbaaduutii; Abbaan keessan inni samii irraas akka wanni kun hundinuu isin barbaachisu ni beeka. 33 Garuu duraan dursaatii mootummaa isaatii fi qajeelummaa isaa barbaadaa; wanni kun hundinuu akkasuma isiniif kennama.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.