Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 9:9-13

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Waamamuu Maatewos

9 Iisaan achii kaʼee utuu deemuu namicha Maatewos jedhamu tokko utuu inni iddoo itti qaraxa walitti qaban taaʼuu argee, "Na duukaa buʼi" jedheen. Maatewosis kaʼee isa duukaa buʼe.

10 Yeroo Iisaan mana Maatewositti irbaata nyaachaa turetti, qaraxxoonnii fi cubbamoonni baayʼeen dhufanii isaa fi barattoota isaa wajjin nyaatan. 11 Fariisonni yommuu waan kana arganitti, "Barsiisaan keessan maaliif qaraxxootaa fi cubbamoota wajjin nyaata?" jedhanii barattoota isaa gaafatan.

12 Iisaan immoo waan kana dhageenyaan akkana jedhe; "Ogeessi fayyaa warra dhukkubsataniif malee warra fayyaa qabaniif hin barbaachisu. 13 Garuu dhaqaatii dubbiin, ‘Ani araaran fedha malee aarsaa hin fedhu’9:13 Hos 6:6 jedhu sun maal jechuu akka taʼe hubadhaa. Ani cubbamoota waamuufin dhufe malee qajeeltota waamuuf hin dhufneetii."

9:14-17 kwf – Mar 2:18-22; Luq 5:33-39

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    9 ዬሱስ አቺ ከኤ ኡቱ ዴሙ ነምቸ ማቴዎስ ጄዸሙ ቶኮ ኡቱ እን እዶ እት ቀረጠ ወልት ቀበን ታኡ አርጌ፣ "ነ ዱካ ቡእ" ጄዼን። ማቴዎስስ ከኤ እሰ ዱካ ቡኤ።

    10 ዬሮ ዬሱስ መነ ማቴዎስት እርባተ ኛቻ ቱሬት፣ ቀረጦትኒፊ ጩበሞትን ባይኤን ዹፈኒ እሳፊ በረቶተሳ ወጅን ኛተን። 11 ፈሪሶትን ዮሙ ዋን ከነ አርገንት፣ "በርሲሳንኬሰን ማሊፍ ቀረጦታፊ ጩበሞተ ወጅን ኛተ?" ጄዸኒ በረቶተሳ ጋፈተን።

    12 ዬሱስሞ ዋን ከነ ዸጌኛን አከነ ጄዼ፤ "ኦጌስ ፈያ ወረ ዹኩብሰተኒፍ መሌ ወረ ፈያ ቀበኒፍ ህንበርባችሱ። 13 ገሩ ዸቃቲ ዱቢን፣ ‘አን አራረን ፌዸ መሌ ኣርሳ ህንፌዹ’9፥13 ሆሴ 6፥6 ጄዹ ሱን ማል ጄቹ አከ ተኤ ሁበዻ። አን ጩበሞተ ዋሙፍን ዹፌ መሌ ቀጄልቶተ ዋሙፍ ህንዹፍኔቲ።"

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    9 Yesuus achii kaʼee utuu deemuu namicha Maatewos jedhamu tokko utuu inni iddoo itti qaraxa walitti qaban taaʼuu argee, "Na duukaa buʼi" jedheen. Maatewosis kaʼee isa duukaa buʼe.

    10 Yeroo Yesuus mana Maatewositti irbaata nyaachaa turetti, qaraxxoonnii fi cubbamoonni baayʼeen dhufanii isaa fi barattoota isaa wajjin nyaatan. 11 Fariisonni yommuu waan kana arganitti, "Barsiisaan keessan maaliif qaraxxootaa fi cubbamoota wajjin nyaata?" jedhanii barattoota isaa gaafatan.

    12 Yesuus immoo waan kana dhageenyaan akkana jedhe; "Ogeessi fayyaa warra dhukkubsataniif malee warra fayyaa qabaniif hin barbaachisu. 13 Garuu dhaqaatii dubbiin, ‘Ani araaran fedha malee aarsaa hin fedhu’9:13 Hos 6:6 jedhu sun maal jechuu akka taʼe hubadhaa. Ani cubbamoota waamuufin dhufe malee qajeeltota waamuuf hin dhufneetii."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.