59 maqaan niitii Amraam Yookebeed. Isheen intala Lewwii kan biyya Gibxitti Lewwiif dhalattee dha. Amraamiifis Haaruun, Muusaa fi obboleettii isaanii Miiriyaam deesse.