Pular para o conteúdo
Publicidade

Fakkeenya 5

8 Karaa keessan ishee irraa fageeffadhaa;

balbala mana isheetti hin dhiʼaatinaa;

9 kunis akka ati ulfina kee nama biraatiif,

umurii kees nama namaaf hin naaneef hin kennineef;

10 akkasumas qabeenya kee ormatu nyaata;

dadhabbiin kees mana alagaa badhaasa.

11 Dhuma jireenya keetiitti,

yeroo foonii fi dhagni kee dhumutti ati ni aadda.

12 Atis akkana jetta; "Ani akkamittin adabamuu jibbee!

Garaan koos akkam sirreeffamuu tuffate!

13 Ani barsiistota kootiif hin ajajamne

yookaan qajeelchitoota koo hin dhaggeeffanne.

14 Ani waldaa guutuu gidduutti

qarqara badiisaa gaʼeen ture."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também