Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 5

15 Kennaan tolaa sun garuu akka balleessaa sanaa miti. Erga sababii balleessaa nama tokkootiin namoonni baayʼeen duʼanii, ayyaanni Allaahatii fi kennaan karaa ayyaana nama tokkootiin jechuunis kennaan karaa Iisaa Al-Masiihiitiin dhufe sun immoo hammam caalaa namootaaf haa baayʼatu ree!

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também