Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 6

3 Yookaan nu warri Al-Masiihi Iisaatti cuuphamne hundi akka duʼa isaattis cuuphamne isin hin beektanii? 4 Kanaafuu akkuma Al-Masiihiin ulfina Abbaatiin warra duʼan keessaa kaafame sana nus akka jireenya haaraa jiraannuuf cuuphaadhaan duʼa isaa keessatti hirmaannee isa wajjin qabbaramne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também