Pular para o conteúdo
Publicidade

Zakariyaa 2

10 "Yaa Intala Xiyoon gammadii ililchi. Ani dhufee gidduu kee nan jiraadhaatii" jedha Rabbii Allaahan. 11 "Bara sana saboonni hedduun gara Rabbii Allaahatti deebiʼanii saba koo taʼu. Ani immoo gidduu kee nan jiraadha; ati akka Rabbii Allaahan Waan Hunda Dandaʼu sitti na erge ni beekta. 12 Rabbii Allaahan akkuma qooda isaa kan biyya qulqulluu keessaatti Yihuudaa ni dhaala; Yerusaaleminis deebiʼee ni filata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também