Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Mootota 20

5 "Deebiʼii dhaqiitii akkana jedhii Hisqiyaas hoogganaa saba kootiitti himi; Rabbii Allaahan abbaa kee Daawud akkana jedha: Ani duʼaa kee dhagaʼeera; imimmaan kees argeera; ani sin fayyisa. Ati ammaa jalqabdee guyyaa sadaffaatti gara mana qulqullummaa Rabbii Allaahatti ol baata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também