Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 19

Sababii Kufaatii Baabiloniitiif Galata Galchuu!

1 Kana booddee waan akka huursaa sagalee tuuta namootaa guddaa tokko shamaayʼun irraa nan dhagaʼe; innis akkana jedha:

"Haalleluuyaa!

Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Allaah keenyaa ti;

2 murtiin isaa dhugaa fi qajeelaadhaatii.

Inni sagaagaltittii guddoo,

ishee sagaagaltummaa isheetiin lafa xureessite sanatti mureera;

dhiiga garboota isaatiifis isheetti haaloo baʼeera."

3 Ammas,

"Haalleluuyaa!

Aarri ishees bara baraa hamma bara baraatti ol ni baʼa"

jedhanii iyyan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também