Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 2

20 Haa taʼuu malee sababii ati dubartittii nabiiʼiyyii ofiin jettu Iizaabelin calʼiftee ilaaltuuf ani waan sirraa jibbu xinnoo qaba. Isheenis barsiisa isheetiin tajaajiltoota koo gowwoomsitee akka isaan halalummaa hojjetanii fi akka isaan nyaata waaqeffatamtoota tolfamoof aarsaa dhiʼeeffame nyaatan gooti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também