Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 19

4 Phaawulosis, "Cuuphaan Yahyaa qalbii jijjiirrannaa ti; Yahyaan akka isaan kan isa duubaan dhufaa jirutti, jechuunis Iisaatti amananiif namootatti hima ture" jedhe. 5 Isaanis waan kana dhagaʼanii maqaa Gooftaa Iisaatti cuuphaman.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também