Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 8

36 Isaanis utuu karaa deemanuu bishaanitti baʼan; xuʼaashiin sunis, "Kunoo bishaan as jira; yoos maaltu cuuphamuu na dhowwa ree?" jedheen. [37 Fiiliphoosis, "Ati yoo garaa kee guutuun amante cuuphamuu ni dandeessa" jedheen. Namichis deebisee, "Akka Iisaan Al-Masiihii ilma Allaaha taʼe ani nan amana" jedhe.]8:37 Waraabbileen durii tokko tokko kutaa kana hin qaban. 38 Innis akka gaariin sun dhaabatu ajaje; isaan lamaanuu dhaqanii bishaan seenan; Fiiliphoosis isa cuuphe. 39 Yommuu isaan bishaan keessaa baʼanittis Hafuurri Gooftaa Fiiliphoosin fudhate; xuʼaashiin sunis ergasii isa hin argine; garuu gammadaa karaa isaa itti fufe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também