Publicidade

Ezequiel 37

4 Kana irratti inni akkana naan jedhe; "Lafeewwan kanneenitti raajiitii akkana jedhiin; Yaa lafeewwan goggogoo, dubbii Rabbii Allaah dhagaʼaa! 5 Rabbii Allaahan Gooftaan lafeewwan kanneeniin akkana jedha: Ani hafuura isinitti nan galcha; isinis lubbuudhaan ni jiraattu.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-28_14-13-17-