Pular para o conteúdo
Publicidade

João 1

Iisaa Hoolaa Allaah

29 Guyyaa itti aanutti Yahyaan utuu Iisaan gara isaa dhufuu argee akkana jedhe; "Ilaa Hoolaa Allaaha isa cubbuu addunyaa balleessu!

34 Anis argeera; akka inni Ilma Allaaha taʼes dhugaa baʼeera."

Veja também